Qur'aana Kabajamaa

"Dhugumatti, Qur'aanni kui wanta hundarra haqaa fi qajeelaa ta'etti nama qajeelcha. Warra amananii hojii gaggaarii hojjatan mindaan guddaan akka isaaniif jiru ni gammachiisa." Suuratu Al-Israa 17:9

Boqonnaa Qur'aana Kabajamaa Tafsiirri isaa dhiyootti xumurame

Boqonnaalee Qur'aana Kabajamaa Tafsiirri isaanii xumurame

Kaayyoon keenya Qur’aana kabajamaa haala salphaa fi namaaf galuun Afaan Oromootin dhiyeessudha

 سُبْحَانَكَ اللَّهُمَّ رَبَّنَا وَبِحَمْدِكَ، اللَّهُمَّ اغْفِرْ لِي ‏
Yaa Rabbii Gooftaa keenya! Faaruu kee waliin qulqulloofte. Yaa Rabbii naaf araarami.

Progress
Finished 7%
Print Friendly, PDF & Email